LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Roomaa 8:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Warra Waaqayyo filate irratti eenyutu himata dhiheessuu dandaʼa?+ Qajeelota jedhee kan isaan waame Waaqayyo dha.+

  • Efesoon 1:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 nuti isa duratti jaalalaan qulqulluu fi mudaa kan hin qabne+ akka taanutti, addunyaan hundeeffamuu isaa dura isaa* wajjin tokkummaa akka qabaannuuf nu filateera.

  • Qolosaayis 1:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 inni qulqulloota, hirʼina kan hin qabnee fi isa duratti himata irraa walaba akka taatan godhee isin dhiheessuuf,+ karaa duʼa qaama Ilma isaa sanaan amma ofitti isin araarseera;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi