Isaayyaas 22:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Furtuu mana Daawitis+ gateettii isaa irra nan kaaʼa. Balbala inni banu namni tokko illee hin cufu; balbala inni cufus namni tokko illee hin banu. Luqaas 1:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Inni guddaa ni taʼa;+ Ilma Isa Hundaa Olii ni jedhama;+ Yihowaanis* teessoo abbaa isaa Daawit isaaf ni kenna;+
22 Furtuu mana Daawitis+ gateettii isaa irra nan kaaʼa. Balbala inni banu namni tokko illee hin cufu; balbala inni cufus namni tokko illee hin banu.
32 Inni guddaa ni taʼa;+ Ilma Isa Hundaa Olii ni jedhama;+ Yihowaanis* teessoo abbaa isaa Daawit isaaf ni kenna;+