-
Mulʼata 4:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Teessoowwan 24 teessichatti marsanii jiru turan, teessoowwan sana irra jaarsoliin 24+ uffata adii uffatanii fi mataa isaaniitti gonfoo warqii kaaʼatanii utuu taaʼanii nan arge.
-
-
Mulʼata 11:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Jaarsoliin 24+ warri Waaqayyo dura teessoo isaanii irra taaʼanis adda isaaniitiin gombifamanii Waaqayyoon waaqeffatan;
-