Mulʼata 16:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Maleekaan inni jalqabaa dhaqee wanta saanii isaa keessa jiru lafa irratti dhangalaase.+ Namoota mallattoo bineensichaa qabanii+ fi bifa fakkeenyaa isaa waaqeffatan+ irras madaa cimaan+ miidhaa geessisu ni gaʼe.
2 Maleekaan inni jalqabaa dhaqee wanta saanii isaa keessa jiru lafa irratti dhangalaase.+ Namoota mallattoo bineensichaa qabanii+ fi bifa fakkeenyaa isaa waaqeffatan+ irras madaa cimaan+ miidhaa geessisu ni gaʼe.