LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Mulʼata 16:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Sagalee guddaan tokko iddoo qulqulluu+ keessaa maleekota torban sanaan, “Dhaqaa, dheekkamsa Waaqayyoo saaniiwwan torban sana keessa jiru lafa irratti dhangalaasaa”+ yommuu jedhu nan dhagaʼe.

  • Mulʼata 16:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Maleekaan inni arfaffaan wanta saanii isaa keessa jiru aduu irratti dhangalaase;+ aduunis ibiddaan akka namoota waxaltu ishiidhaaf ni heyyamame.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi