-
Faarfannaa 69:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Dheekkamsa kee isaan irratti dhangalaasi,
Aariin kee inni bobaʼaanis isaanitti haa dhufu.+
-
-
Sefaaniyaa 3:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Yihowaan akkana jedha: ‘Kanaafuu, hamma guyyaa ani saamichaaf* kaʼuutti,+
Na eeggachuu* keessan itti fufaa,
Sababiin isaas, dheekkamsa koo fi aarii koo isa bobaʼu hundumaa isaan irratti dhangalaasuuf,+
Saboota walitti qabuuf, mootummootas sassaabuuf murtii dabarseera;
Guutummaan lafaa ibidda hinaaffaa kootiin ni gubatti.+
-