Mulʼata 3:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 “Maleekaa gumii Sardeesiif akkana jedhii barreessi: Inni hafuurota Waaqayyoo torbaa+ fi urjiilee torba qabu+ sun akkana jedha: ‘Ani hojii kee beeka, maqumaaf jiraataa jedhamta malee, ati duʼaa dha.+
3 “Maleekaa gumii Sardeesiif akkana jedhii barreessi: Inni hafuurota Waaqayyoo torbaa+ fi urjiilee torba qabu+ sun akkana jedha: ‘Ani hojii kee beeka, maqumaaf jiraataa jedhamta malee, ati duʼaa dha.+