Mulʼata 1:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Yohaannis irraa, gumiiwwan koonyaa Eeshiyaa keessa jiran torbaniif:+ “Isa jiru, isa turee fi isa dhufu,”+ akkasumas hafuurota torban+ teessoo isaa dura jiran irraa gaarummaa guddaanii fi nagaan isiniif haa taʼu; Mulʼata 4:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Teessicha keessaa bakakkaan,+ sagaleenii fi kakawween ni baʼa ture;+ teessicha duratti ibsaawwan ibiddaa torba ni bobaʼu turan; isaan hafuurota Waaqayyoo torba+ argisiisu.
4 Yohaannis irraa, gumiiwwan koonyaa Eeshiyaa keessa jiran torbaniif:+ “Isa jiru, isa turee fi isa dhufu,”+ akkasumas hafuurota torban+ teessoo isaa dura jiran irraa gaarummaa guddaanii fi nagaan isiniif haa taʼu;
5 Teessicha keessaa bakakkaan,+ sagaleenii fi kakawween ni baʼa ture;+ teessicha duratti ibsaawwan ibiddaa torba ni bobaʼu turan; isaan hafuurota Waaqayyoo torba+ argisiisu.