LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Mulʼata 1:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 “Ani Alfaa fi Omeegaa,*+ isa jiru, isa turee fi isa dhufu, isa Hundumaa Dandaʼu dha”+ jedha Yihowaan.*

  • Mulʼata 4:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Uumamawwan jiraatoon arfan sun tokkoon tokkoon isaanii qoochoowwan jaʼa jaʼa qabu turan; qochoowwan sun naannoon isaanii fi keessi isaanii ijaan kan guutame ture.+ Isaan utuu wal irraa hin kutin halkanii fi guyyaa, “Qulqulluu, qulqulluu, qulqulluu dha Yihowaan,*+ Inni Hundumaa Dandaʼu, inni ture, inni jiruu fi inni dhufu”+ jedhu turan.

  • Mulʼata 11:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 akkana jedhan: “Yaa Waaqa keenya Yihowaa,* Hundumaa kan Dandeessu, inni jirtuu+ fi inni turte, ati aangoo kee isa guddaa waan fudhattee fi mootii taatee bulchuu waan jalqabdeef+ si galateeffanna.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi