LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 19:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Guyyaa sadaffaattis ganama kakawwee fi bakakkaan ni taʼe; gaaricha irrattis duumessi cimaan jira ture;+ sagaleen xurumbaa guddaanis ni dhagaʼame; namoonni buufaticha keessa jiran hundis hollachuu jalqaban.+

  • Mulʼata 4:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Teessicha keessaa bakakkaan,+ sagaleenii fi kakawween ni baʼa ture;+ teessicha duratti ibsaawwan ibiddaa torba ni bobaʼu turan; isaan hafuurota Waaqayyoo torba+ argisiisu.

  • Mulʼata 11:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Iddoo qulqulluun mana qulqullummaa Waaqayyoo inni samii keessa jirus ni baname, taabonni kakuu isaa iddoo qulqulluu mana qulqullummaa+ keessatti ni mulʼate. Balaqqeessi bakakkaa, sagaleen, kakawween, kirkirri lafaa fi cabbii guddaanis ni taʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi