Maarqos 4:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Innis akkana isaaniin jedhe: “Iccitii qulqulluun+ Mootummaa Waaqayyoo isiniif kennameera; warra ala jiranitti garuu wanti hundi fakkeenyaan himama;+
11 Innis akkana isaaniin jedhe: “Iccitii qulqulluun+ Mootummaa Waaqayyoo isiniif kennameera; warra ala jiranitti garuu wanti hundi fakkeenyaan himama;+