LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 37:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 “‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan lafeewwan kanaan akkana jedha: “Hafuurri akka isinitti seenu nan godha; isinis deebitanii lubbuudhaan ni jiraattu.+

  • Hisqiʼel 37:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Anis akkuma inni na ajajetti raajii nan dubbadhe; hafuurris isaan keessa ni seene; isaanis gara jireenyaatti deebiʼanii miila isaaniitiin dhaabbachuu jalqaban;+ raayyaa baayʼee guddaa taʼes ni taʼan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi