Uumama 2:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Achiis Yihowaan biyyoo+ lafaa irraa nama tolchee hafuura jireenyaa funyaan isaatti baafate;+ innis nama* jiraataa taʼe.+ Hisqiʼel 37:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 ‘Hafuura koo isin keessa nan kaaʼa; isinis deebitanii lubbuudhaan ni jiraattu;+ ani biyya keessan keessa isin nan qubachiisa; isinis ani Yihowaan kana akkan dubbadhee fi akkan raawwadhe dhugumaan ni hubattu’ jedha Yihowaan.”
7 Achiis Yihowaan biyyoo+ lafaa irraa nama tolchee hafuura jireenyaa funyaan isaatti baafate;+ innis nama* jiraataa taʼe.+
14 ‘Hafuura koo isin keessa nan kaaʼa; isinis deebitanii lubbuudhaan ni jiraattu;+ ani biyya keessan keessa isin nan qubachiisa; isinis ani Yihowaan kana akkan dubbadhee fi akkan raawwadhe dhugumaan ni hubattu’ jedha Yihowaan.”