Mulʼata 19:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Ijji isaa akka labooba ibiddaa ti;+ mataa isaa irras gonfoowwan hedduun jiru. Inni maqaa isa irratti barreeffamee fi isa malee eenyu iyyuu hin beekne tokko qaba;
12 Ijji isaa akka labooba ibiddaa ti;+ mataa isaa irras gonfoowwan hedduun jiru. Inni maqaa isa irratti barreeffamee fi isa malee eenyu iyyuu hin beekne tokko qaba;