13 baattuuwwan ibsaa sana gidduu, namni ilma namaa fakkaatu+ tokko uffata hamma miila isaatti dheeratu uffatee, akkasumas sabbata warqii qoma isaatti hidhatee jira ture. 14 Mataan isaa fi rifeensi isaa akka suufii adii fi akka cabbii addaata ture; ijji isaa labooba ibiddaa fakkaata ture;+