LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Mulʼata 13:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Inni* cirracha galaanaa irra dhaabbatee ture.

      Anis bineensi+ gaanfa kudhanii fi mataa torba qabu tokko utuu galaanicha+ keessaa ol baʼuu nan arge, inni gaanfota isaa irratti gonfoo kudhan, mataawwan isaa irratti immoo maqaawwan Waaqa arrabsan qaba ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi