Mulʼata 11:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Isaan dhugaa baʼanii yeroo xumuran, bineensi qilee keessaa baʼu sun waraana isaan irratti bana, isaan ni injifata, akkasumas isaan ajjeesa.+ Mulʼata 13:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Egaa ogummaan kan barbaachisu kana irratti: Namni hubannaa qabu lakkoofsa bineensichaa haa shallagu, lakkoofsichi lakkoofsa namaa ti, lakkoofsi isaa 666 dha.+
7 Isaan dhugaa baʼanii yeroo xumuran, bineensi qilee keessaa baʼu sun waraana isaan irratti bana, isaan ni injifata, akkasumas isaan ajjeesa.+
18 Egaa ogummaan kan barbaachisu kana irratti: Namni hubannaa qabu lakkoofsa bineensichaa haa shallagu, lakkoofsichi lakkoofsa namaa ti, lakkoofsi isaa 666 dha.+