Mulʼata 12:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Kanaafuu, jawween sun dubartittiitti aaree, warra sanyii ishii+ keessaa hafan, warra ajaja Waaqayyoo eeganii fi waaʼee Yesuus dhugaa akka baʼan hojiin isaaniif kenname irratti waraana banuuf deeme.+ Mulʼata 13:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Qulqulloota irratti waraana akka banuu fi akka isaan injifatuuf isaaf ni heyyamame;+ gosa, uummata, qooqaa fi saba hundumaa irrattis aangoon isaaf ni kenname.
17 Kanaafuu, jawween sun dubartittiitti aaree, warra sanyii ishii+ keessaa hafan, warra ajaja Waaqayyoo eeganii fi waaʼee Yesuus dhugaa akka baʼan hojiin isaaniif kenname irratti waraana banuuf deeme.+
7 Qulqulloota irratti waraana akka banuu fi akka isaan injifatuuf isaaf ni heyyamame;+ gosa, uummata, qooqaa fi saba hundumaa irrattis aangoon isaaf ni kenname.