Mulʼata 13:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Mataawwan isaa keessaa inni tokko akka malee kan madaaʼe fakkaatee nan arge; haa taʼu malee, madaan isaa inni duʼaaf isa saaxilu sun ni fayye,+ guutummaan lafaas dinqisiifannaadhaan bineensicha duukaa buʼe.
3 Mataawwan isaa keessaa inni tokko akka malee kan madaaʼe fakkaatee nan arge; haa taʼu malee, madaan isaa inni duʼaaf isa saaxilu sun ni fayye,+ guutummaan lafaas dinqisiifannaadhaan bineensicha duukaa buʼe.