LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Efesoon 5:25-27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Isin abbootiin manaa, akkuma Kiristoos gumii jaallatee fi ofii isaa dabarsee isaaf kenne,+ haadhotii manaa keessan jaallachuu keessan itti fufaa;+ 26 inni kana kan godhe gumicha bishaaniin, jechuunis dubbii Waaqayyootiin dhiqee qulqulleessuudhaan qulqulluu gochuufi;+ 27 kunis gumichi xuriin yookiin gogaa shuntuuraan yookiin wanti akkasii tokko illee utuu irratti hin argamin,+ qulqulluu fi hirʼina kan hin qabne+ taʼee akkuma miidhagina isaa eegetti isa duratti akka mulʼatuufi.

  • Yihudaa 24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Egaa, isa akka hin gufanne isin eeguu fi mudaa malee+ gammachuu guddaadhaan ulfina isaa dura isin dhaabuu dandaʼu sanaaf,

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi