-
Yooʼel 3:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Makarri waan gaʼeef, haamtuu keessanitti fayyadamaa.
Iddoon wayinii itti cuunfan firii wayiniitiin waan guuteef, gad buʼaatii dhidhiitaa.+
Hamminni isaanii baayʼee waan taʼeef, iddoon wayiniin itti kuufamu guutee dhangalaʼeera.
-