Faarfannaa 145:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yihowaan karaawwan isaa hundumaatiin qajeelaa dha,+Wanta raawwatu hundumaatiinis amanamaa dha.+ Mulʼata 15:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Yaa Yihowaa,* ati qofti amanamaa waan taateef,+ dhuguma kan si hin sodaannee fi maqaa keetiif ulfina hin kennine eenyu? Labsiiwwan kee warri qajeeloon waan mulʼifamaniif, saboonni hundi dhufanii si duratti waaqeffatu.”+
4 Yaa Yihowaa,* ati qofti amanamaa waan taateef,+ dhuguma kan si hin sodaannee fi maqaa keetiif ulfina hin kennine eenyu? Labsiiwwan kee warri qajeeloon waan mulʼifamaniif, saboonni hundi dhufanii si duratti waaqeffatu.”+