LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 44:27, 28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Ani bishaanota gad fagoodhaan, ‘Hurkaa,

      Lageen keessan hundumaas nan gogsa’+ nan jedha;

      28 Waaʼee Qiirosis,+ ‘Inni tiksee koo ti,

      Fedhii koo hundumaas guutummaatti ni raawwata’+ nan jedha;

      Waaʼee Yerusaalem, ‘Ishiin deebitee ni ijaaramti,’

      Waaʼee mana qulqullummaas, ‘Buʼuurri kee ni kaaʼama’+ nan jedha.”

  • Ermiyaas 50:38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Bishaanota ishii irratti badiisni dhufeera, isaanis ni gogu.+

      Sababiin isaas, ishiin biyya fakkiiwwan bocamanii ti,+

      Mulʼata isaanii isa sodaachisaa taʼeen kan kaʼes isaan gocha maraatummaa ni raawwatu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi