LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 20:29, 30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Ergan deemee booda, yeeyyiiwwan hamoo* taʼan isin gidduu akka seenanii+ fi tuuticha gara laafinaan akka hin qabne ani beeka; 30 isinuma gidduudhaa illee namoonni barattoota ofitti fudhachuuf dubbii micciiramaa dubbatan ni kaʼu.+

  • 2 Qorontos 11:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Sababiin isaas, namoonni akkasii warra ergamoota Kiristoos fakkaachuuf of jijjiiran, ergamoota sobaa fi hojjettoota gowwoomsitoota taʼani dha.+

  • 1 Yohaannis 4:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Obboloota jaallatamo, dubbii geggeessaa hafuuraatiin dubbatame+ hunda* hin amaninaa; kanaa mannaa, dubbiin geggeessaa hafuuraatiin dubbatame* Waaqayyo biraa kan dhufe+ taʼuu isaa beekuuf qoraa; sababiin isaas, raajonni sobaa hedduun gara addunyaatti baʼaniiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi