Mulʼata 4:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Teessicha dura wanti akka kiristaalii taʼee fi galaana+ burcuqqoo fakkaatu tokko jira ture. Gidduu teessichaa* fi naannoo teessichaa uumamawwan jiraatoon+ fuulduraa fi duubaan ijaan guutaman afur jiru turan.
6 Teessicha dura wanti akka kiristaalii taʼee fi galaana+ burcuqqoo fakkaatu tokko jira ture. Gidduu teessichaa* fi naannoo teessichaa uumamawwan jiraatoon+ fuulduraa fi duubaan ijaan guutaman afur jiru turan.