-
Hisqiʼel 39:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 “‘Isin maaddii koo irraa fardeenii fi namoota gaarii fardaa oofan, namoota jajjaboo fi loltoota akaakuu hundumaa ni quuftu’+ jedha Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan.
-