Mulʼata 9:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Isaan mootii isaan bulchu qabu, innis maleekaa qilee ti.+ Maqaan isaa Afaan Ibrootaatiin Abaadoon* jedhama; Afaan Giriikiitiin immoo maqaa Apholiyon* jedhamu qaba.
11 Isaan mootii isaan bulchu qabu, innis maleekaa qilee ti.+ Maqaan isaa Afaan Ibrootaatiin Abaadoon* jedhama; Afaan Giriikiitiin immoo maqaa Apholiyon* jedhamu qaba.