-
Mulʼata 20:1-3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Anis maleekaan furtuu qilee+ qabuu fi funcaa guddaa harkatti qabate tokko yommuu samii keessaa gad buʼu nan arge. 2 Inni jawwicha,+ jechuunis bofa isa jalqabaa+ isa Diyaabilosii+ fi Seexana+ taʼe qabee waggaa 1,000f hidhe. 3 Hamma waggaan 1,000 sun xumuramutti sana booda saboota akka hin dogoggorsineef, qilee+ keessatti isa darbatee itti cufe; chaappaas irratti godhe. Sana booda yeroo gabaabaadhaaf gadhiifamuu qaba.+
-