LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Luqaas 8:30, 31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Yesuus, “Maqaan kee eenyu?” jedhee isa gaafate. Innis, “Leegewoon” jedhe; sababiin isaas, jinniiwwan hedduun isatti galanii turan. 31 Isaanis gara qilee akka dhaqan akka isaan hin ajajne irra deddeebiʼanii isa kadhatan.+

  • Mulʼata 9:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Isaan mootii isaan bulchu qabu, innis maleekaa qilee ti.+ Maqaan isaa Afaan Ibrootaatiin Abaadoon* jedhama; Afaan Giriikiitiin immoo maqaa Apholiyon* jedhamu qaba.

  • Mulʼata 20:1-3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Anis maleekaan furtuu qilee+ qabuu fi funcaa guddaa harkatti qabate tokko yommuu samii keessaa gad buʼu nan arge. 2 Inni jawwicha,+ jechuunis bofa isa jalqabaa+ isa Diyaabilosii+ fi Seexana+ taʼe qabee waggaa 1,000f hidhe. 3 Hamma waggaan 1,000 sun xumuramutti sana booda saboota akka hin dogoggorsineef, qilee+ keessatti isa darbatee itti cufe; chaappaas irratti godhe. Sana booda yeroo gabaabaadhaaf gadhiifamuu qaba.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi