Isaayyaas 60:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 60 “Yaa dubartii nana, ifni kee waan dhufeef, kaʼi,+ ifa kee ibsi. Ulfinni Yihowaa si irratti ni ifa.+ 2 Kunoo, dukkanni lafa ni uwwisa,Dukkanni cimaanis saboota ni haguuga;Si irratti garuu Yihowaan ni ibsa,Ulfinni isaas si irratti ni mulʼata.
60 “Yaa dubartii nana, ifni kee waan dhufeef, kaʼi,+ ifa kee ibsi. Ulfinni Yihowaa si irratti ni ifa.+ 2 Kunoo, dukkanni lafa ni uwwisa,Dukkanni cimaanis saboota ni haguuga;Si irratti garuu Yihowaan ni ibsa,Ulfinni isaas si irratti ni mulʼata.