LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Mulʼata 4:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Inni achi irra taaʼe sun bifti isaa akka dhagaa yaasphisii*+ fi akka dhagaa saardiyon* ture; guutummaa naannoo teessichaa sabbanni waaqaa imeraaldii fakkaatu jira ture.+

  • Mulʼata 21:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Kanaafuu, inni humna hafuuraatiin gara gaara guddaa fi dheeraa taʼe tokkootti na geesse; achiis Yerusaalem magaalaa qulqulluun sun samii keessaa, Waaqayyo biraa yommuu gad buutu+ natti argisiise; 11 ishiin ulfina Waaqayyoo qabdi.+ Ifni ishii akka dhagaa isa hundumaa caalaa gatii guddaa qabuutti, jechuunis akka dhagaa yaasphisitti akka gaariitti calaqqisa ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi