LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 47:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 “Akaakuuwwan mukeetii nyaataaf taʼanii hundi qarqara laga sanaatti garanaa fi garasiin ni biqilu. Baalli isaanii hin coolligu, firii kennuus hin dhiisan. Bishaan iddoo qulqulluu sana keessaa waan isaaniif yaaʼuuf,+ isaan jiʼa jiʼaan firii haaraa ni godhatu. Firiin isaanii nyaataaf, baalli isaanii immoo qorichaaf ni tajaajila.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi