Yohaannis 13:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Isin wantoota kana yoo beektanii fi yoo hojii irra oolchitan gammadoo dha.+ Mulʼata 1:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yeroon murteeffame sun waan dhihaateef, namni dubbii raajii kanaa sagalee isaa ol kaasee dubbisu, namoonni dubbii raajii kanaa dhagaʼanii fi wantoota achi keessatti barreeffaman eegan gammadoo dha.+
3 Yeroon murteeffame sun waan dhihaateef, namni dubbii raajii kanaa sagalee isaa ol kaasee dubbisu, namoonni dubbii raajii kanaa dhagaʼanii fi wantoota achi keessatti barreeffaman eegan gammadoo dha.+