LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 1:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Kanaa mannaa inni seera Yihowaatti ni gammada,+

      Seera isaas halkanii fi guyyaa sagalee isaa gad qabee dubbisa.*+

  • Luqaas 11:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Inni garuu, “Lakki, gammadoon illee namoota dubbii Waaqayyoo dhagaʼanii hojii irra oolchani dha!”+ jedhe.

  • Yohaannis 13:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Isin wantoota kana yoo beektanii fi yoo hojii irra oolchitan gammadoo dha.+

  • Yaaqoob 1:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Taʼus dubbicha hojii irra kan oolchitan taʼaa+ malee, sababii sobaa dhiheessuudhaan dhagaʼuu qofaan kan of gowwoomsitan hin taʼinaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi