Maarqos 13:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 “Isin garuu of eeggadhaa. Namoonni mana murtiitti dabarsanii isin kennu;+ manneen sagadaa isaanii keessatti ni reebamtu;+ anaaf jettanii bulchitootaa fi mootota dura ni dhaabamtu; kunis isaaniif dhugaa baʼuuf isin gargaara.+ Mulʼata 2:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Kana malees, jabaattee dhaabbachaa jirta; maqaa kootiif jettee rakkina hedduu dandeesseetta,+ abdiis hin kutanne.+
9 “Isin garuu of eeggadhaa. Namoonni mana murtiitti dabarsanii isin kennu;+ manneen sagadaa isaanii keessatti ni reebamtu;+ anaaf jettanii bulchitootaa fi mootota dura ni dhaabamtu; kunis isaaniif dhugaa baʼuuf isin gargaara.+
3 Kana malees, jabaattee dhaabbachaa jirta; maqaa kootiif jettee rakkina hedduu dandeesseetta,+ abdiis hin kutanne.+