Qolosaayis 1:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 inni mataa qaamichaa, jechuunis mataa gumichaa ti.+ Inni isa jalqabaa ti, warra duʼan keessaas angafa dha;+ kunis kan taʼe inni wanta hundumaatiin isa jalqabaa akka taʼuufi;
18 inni mataa qaamichaa, jechuunis mataa gumichaa ti.+ Inni isa jalqabaa ti, warra duʼan keessaas angafa dha;+ kunis kan taʼe inni wanta hundumaatiin isa jalqabaa akka taʼuufi;