LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Miikiyaas 4
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Miikiyaas

      • Gaarri Yihowaa ol ni kaafama (1-5)

        • Goraadeen gara maarashaatti (3)

        • ‘Maqaa Yihowaatiin deddeebina’ (5)

      • Xiyoon ishiin iddootti deebifamte ni cimti (6-13)

Miikiyaas 4:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 11:9; Zak 8:3
  • +Fr 86:9; Isa 2:2-4; 60:3; Mul 15:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    11/15/2013, ful. 11

    Waaqayyoon Waaqeffadhu, ful. 6-7

Miikiyaas 4:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “barumsi.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 31:6; Zak 8:20, 21

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    3/2016, ful. 17

    Waaqayyoon Waaqeffadhu, ful. 6-7

Miikiyaas 4:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 2:10; Fr 96:13; Isa 51:4, 5
  • +Hos 2:18; Zak 9:10
  • +Fr 72:7; Isa 9:7; 60:18

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 45

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2017, ful. 32

Miikiyaas 4:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ni jiraatu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Zak 3:10
  • +Isa 54:14; His 34:25; 39:25, 26

Miikiyaas 4:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Zak 10:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2013, ful. 28

Miikiyaas 4:6

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “ishii okkoltu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 147:2; Isa 56:8; His 34:12, 16; 37:21; Sef 3:19

Miikiyaas 4:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 10:21; Mik 2:12; 7:18
  • +Isa 60:22

Miikiyaas 4:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “durii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 5:7
  • +Oba 21
  • +Zak 9:9

Miikiyaas 4:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 30:6

Miikiyaas 4:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 20:18; 2Se 36:17, 20
  • +Isa 45:13; Zak 2:7
  • +Fr 107:2, 3; Isa 48:20; Er 15:21

Miikiyaas 4:12

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Gorsa.”

Miikiyaas 4:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 41:15
  • +Zak 9:13
  • +Iya 6:18, 19; Isa 23:17, 18

Yaada Wal Simu

Mik. 4:1Isa 11:9; Zak 8:3
Mik. 4:1Fr 86:9; Isa 2:2-4; 60:3; Mul 15:4
Mik. 4:2Er 31:6; Zak 8:20, 21
Mik. 4:31Sa 2:10; Fr 96:13; Isa 51:4, 5
Mik. 4:3Hos 2:18; Zak 9:10
Mik. 4:3Fr 72:7; Isa 9:7; 60:18
Mik. 4:4Zak 3:10
Mik. 4:4Isa 54:14; His 34:25; 39:25, 26
Mik. 4:5Zak 10:12
Mik. 4:6Fr 147:2; Isa 56:8; His 34:12, 16; 37:21; Sef 3:19
Mik. 4:7Isa 10:21; Mik 2:12; 7:18
Mik. 4:7Isa 60:22
Mik. 4:82Sa 5:7
Mik. 4:8Oba 21
Mik. 4:8Zak 9:9
Mik. 4:9Er 30:6
Mik. 4:102Mo 20:18; 2Se 36:17, 20
Mik. 4:10Isa 45:13; Zak 2:7
Mik. 4:10Fr 107:2, 3; Isa 48:20; Er 15:21
Mik. 4:13Isa 41:15
Mik. 4:13Zak 9:13
Mik. 4:13Iya 6:18, 19; Isa 23:17, 18
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Miikiyaas 4:1-13

Miikiyaas

4 Guyyoota dhumaatti,

Gaarri mana Yihowaa+

Fiixee gaarotaa gararraatti jabaatee ni dhaabbata,

Tabbawwanii olittis ol ni kaafama,

Namoonnis gara isaatti ni yaaʼu.+

 2 Saboonni hedduunis dhaqanii akkana jedhu:

“Kottaa, gara gaara Yihowaatti,

Gara mana Waaqa Yaaqoobitti ol haa baanu.+

Inni waaʼee karaawwan isaa nu barsiisa,

Nutis daandiiwwan isaa irra ni deemna.”

Sababiin isaas, seerri* Xiyoon keessaa,

Dubbiin Yihowaas Yerusaalem keessaa ni baʼa.

 3 Inni namoota hedduu gidduutti murtii ni kenna,+

Dhimmoota saboota jajjaboo fagoo jiraniitiifis furmaata ni argamsiisa.

Isaan goraadee isaanii tumanii gara maarashaatti,

Eeboo isaaniis tumanii gara haamtuutti ni jijjiiru.+

Sabni saba irratti goraadee hin kaasu,

Isaan kana booda waraana hin baratan.+

 4 Tokkoon tokkoon isaanii muka wayinii isaanii fi muka harbuu isaanii jala ni taaʼu,*+

Eenyu iyyuu isaan hin sodaachisu,+

Sababiin isaas, Yihowaan Gooftaan Raayyaa kana dubbateera.

 5 Namoonni hundi tokkoon tokkoon isaanii maqaa waaqa isaaniitiin ni deddeebiʼu,

Nuti garuu baraa hamma bara baraatti maqaa Waaqa keenya Yihowaatiin ni deddeebina.+

 6 Yihowaan akkana jedha:

“Guyyaa sanatti ani isa okkolu* walitti nan qaba,

Warra bittinaaʼanis

Warran miidhe sanaa wajjin nan sassaaba.+

 7 Ani inni okkolu, lubbuudhaan akka oolu,+

Inni fagootti ariʼamee tures saba jabaa akka taʼu nan godha;+

Yihowaanis ammaa jalqabee bara baraaf

Gaara Xiyoon irratti isaan irratti mootii taʼee ni bulcha.

 8 Ati garuu yaa masaraa bushaayee,

Yaa tabba intala Xiyoon,+

Inni gara keetti ni deebiʼa, eeyyee, bulchiinsi jalqabaa* gara keetti ni deebiʼa,+

Mootummaan intala Yerusaalem ni dhufa.+

 9 Amma maaliif sagalee kee guddistee iyyita?

Akkuma dubartii daʼumsa irra jirtuutti ciniinsuun kan si qabate,+

Ati mootii hin qabduu?

Moo gorsitoota keetu dhume?

10 Yaa intala Xiyoon, akkuma dubartii daʼumsa irra jirtuutti,

Dhidhiittadhu, aadi,

Sababiin isaas, amma magaalattii keessaa baatee dirree keessa ni jiraatta.

Hamma Baabilonitti ni deemta,+

Achittis ni oolta;+

Achitti Yihowaan harka diinota kee keessaa deebisee si fura.+

11 Saboonni hedduun si irratti walitti ni qabamu;

Isaan, ‘Ishiin haa xurooftu,

Kun Xiyoon irra yommuu gaʼu ijji keenya haa argu’ ni jedhu.

12 Haa taʼu malee, isaan yaada Yihowaa hin beekan,

Kaayyoo* isaas hin hubatan;

Inni akkuma midhaan reefuu haamameetti oobdii irratti walitti isaan ni qaba.

13 Yaa intala Xiyoon, kaʼiitii midhaan siribsiisi;+

Sababiin isaas, ani gaanfa kee gara sibilaatti nan jijjiira,

Kottee kees gara sibiila diimaatti nan jijjiira,

Atis saboota hedduu ni caccabsita.+

Buʼaa isaan karaa sirrii hin taaneen argatan Yihowaadhaaf,

Qabeenya isaaniis Gooftaa guutummaa lafaa isa dhugaatiif adda ni baasta.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi