LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 2:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Yihowaan warra isaa wajjin wal lolan ni caccabsa;*+

      Inni samii keessaa kakawwee isaanitti ni gadhiisa.+

      Yihowaan guutummaa lafaa irratti murtii ni kenna,+

      Inni isa mootii godhate sanaaf humna ni kenna,+

      Gaanfa* isa inni dibe sanaas ol ni qaba.”+

  • Faarfannaa 96:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Inni waan dhufuuf* Yihowaa duratti haa ililchan,

      Inni lafatti murteessuuf ni dhufa.

      Inni addunyaa* irratti qajeelummaadhaan,

      Namoota irrattis amanamummaa isaatiin murtii ni kenna.+

  • Isaayyaas 51:4, 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Yaa uummata koo, xiyyeeffannaadhaan na dhagaʼi,

      Yaa saba koo, gurra kee natti qabi.+

      Sababiin isaas, seerri na keessaa ni baʼa,+

      Haqa koos sabootaaf akka ifaatti nan hundeessa.+

       5 Qajeelummaan koo dhihaateera.+

      Fayyisuun koo gad ni baʼa,+

      Irreen* koos sabootaaf murtii ni kenna.+

      Odolawwan na abdatu,+

      Irree koos ni eeggatu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi