1 Saamuʼel 2:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yihowaan warra isaa wajjin wal lolan ni caccabsa;*+Inni samii keessaa kakawwee isaanitti ni gadhiisa.+ Yihowaan guutummaa lafaa irratti murtii ni kenna,+Inni isa mootii godhate sanaaf humna ni kenna,+Gaanfa* isa inni dibe sanaas ol ni qaba.”+ Isaayyaas 2:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Inni saboota gidduutti murtii ni kenna,Dhimmoota namoota hedduutiifis furmaata ni argamsiisa. Isaan goraadee isaanii tumanii gara maarashaatti,Eeboo isaaniis tumanii gara haamtuutti ni jijjiiru.+ Sabni saba irratti goraadee hin kaasu,Isaan kana booda waraana hin baratan.+
10 Yihowaan warra isaa wajjin wal lolan ni caccabsa;*+Inni samii keessaa kakawwee isaanitti ni gadhiisa.+ Yihowaan guutummaa lafaa irratti murtii ni kenna,+Inni isa mootii godhate sanaaf humna ni kenna,+Gaanfa* isa inni dibe sanaas ol ni qaba.”+
4 Inni saboota gidduutti murtii ni kenna,Dhimmoota namoota hedduutiifis furmaata ni argamsiisa. Isaan goraadee isaanii tumanii gara maarashaatti,Eeboo isaaniis tumanii gara haamtuutti ni jijjiiru.+ Sabni saba irratti goraadee hin kaasu,Isaan kana booda waraana hin baratan.+