LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Zakkaariyaas 3
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Zakkaariyaas

      • Mulʼata 4: Uffanni luba ol aanaa ni jijjiirame (1-10)

        • Seexanni Iyyaasuu isa luba ol aanaa taʼe morme (1)

        • “Ani Latii isa tajaajilaa koo taʼe nan fida!” (8)

Zakkaariyaas 3:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iz 5:2; Hag 1:14; Zak 6:11
  • +Iyo 1:6

Zakkaariyaas 3:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yih 9
  • +2Se 6:6; Zak 2:12

Zakkaariyaas 3:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “yakki.”

  • *

    Ykn., “uffata guyyaa addaatti uffatamu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 28:2

Zakkaariyaas 3:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 29:6

Zakkaariyaas 3:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ni toʼatta; ni eegda.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mil 2:7

Zakkaariyaas 3:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 11:1; 53:2, 11; Er 23:5; 33:15; Zak 6:12
  • +Isa 42:1; 52:13

Zakkaariyaas 3:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 50:20

Zakkaariyaas 3:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 4:25; Hos 2:18; Mik 4:4

Yaada Wal Simu

Zak. 3:1Iz 5:2; Hag 1:14; Zak 6:11
Zak. 3:1Iyo 1:6
Zak. 3:2Yih 9
Zak. 3:22Se 6:6; Zak 2:12
Zak. 3:4Bau 28:2
Zak. 3:5Bau 29:6
Zak. 3:7Mil 2:7
Zak. 3:8Isa 11:1; 53:2, 11; Er 23:5; 33:15; Zak 6:12
Zak. 3:8Isa 42:1; 52:13
Zak. 3:9Er 50:20
Zak. 3:101Mo 4:25; Hos 2:18; Mik 4:4
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Zakkaariyaas 3:1-10

Zakkaariyaas

3 Innis Iyyaasuu luba ol aanaa isa maleekaa Yihowaa dura dhaabbatee jiru natti argisiise;+ Seexanni immoo+ isa mormuuf karaa harka mirgaa isaatiin dhaabbatee ture. 2 Achiis maleekaan Yihowaa sun Seexanaan akkana jedhe: “Seexana nana,+ Yihowaan si haa ifatu, eeyyee, Yihowaan inni Yerusaalemiin filate+ si haa ifatu! Inni kun muka ibidda keessaa butamee baʼe mitii?”

3 Yeroo kanatti Iyyaasuun uffata xuraaʼaa uffatee maleekaa sana dura dhaabbatee ture. 4 Maleekaan sunis warra isa dura dhaabbatanii jiraniin, “Uffata isaa isa xuraaʼaa irraa baasaa” jedhe. Achiis, “Ilaa, ani balleessaan* kee akka si irraa fagaatu godheera, atis uffata gaarii* ni uffatta”+ isaan jedhe.

5 Kanaafuu ani, “Maratni mataa qulqulluun mataa isaa irra haa kaaʼamu”+ nan jedhe. Isaanis marata mataa qulqulluu mataa isaa irra ni kaaʼan, uffatas isatti ni uwwisan; maleekaan Yihowaas achi dhaabbatee ture. 6 Achiis maleekaan Yihowaa sun Iyyaasuudhaan akkana jedhe: 7 “Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Ati daandii koo irra yoo deddeebitee fi itti gaafatamummaa na duratti qabdu yoo raawwatte, mana koo keessatti abbaa murtii taatee ni tajaajilta;+ mooraa koos ni kunuunsita;* ani warra as dhaabbatan gidduu deddeebiʼuuf mirga akka qabaattu nan godha.’

8 “‘Yaa Iyyaasuu Luba Ol Aanaa, maaloo dhagaʼi, michoonni kee warri si dura taaʼanis haa dhagaʼan; sababiin isaas, namoonni kun akka mallattootti tajaajilu; kunoo, ani Latii+ isa tajaajilaa koo taʼe nan fida!+ 9 Dhagaa ani Iyyaasuu dura kaaʼe kana ilaalaa! Dhagaa tokko irra ija torbatu jira; ani barreeffama tokko isa irratti nan boca; balleessaa biyya sanaas guyyaa tokkotti irraa nan fuudha’ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.+

10 “‘Guyyaa sanatti, tokkoon tokkoon keessan muka wayinii fi muka harbuu keessan jalatti ollaa keessan ni affeertu’ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi