LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Tasalonqee 3
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 1 Tasalonqee

      • Phaawulos Ateenaa utuu jiruu yaaddaʼe (1-5)

      • Ximotewos gabaasa nama jajjabeessu fide (6-10)

      • Warra Tasalonqeetiif kadhachuu (11-13)

1 Tasalonqee 3:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 17:15

1 Tasalonqee 3:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “Waaqayyoo wajjin hojjetu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 16:1, 2; Rom 16:21; 1Qo 16:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2009, ful. 14

1 Tasalonqee 3:3

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “fudhatamneefi.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 14:22; 1Qo 4:9; 1Ph 2:21

1 Tasalonqee 3:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Ta 2:14

1 Tasalonqee 3:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Ta 3:2
  • +Mat 4:3; 2Qo 11:3

1 Tasalonqee 3:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 18:5

1 Tasalonqee 3:7

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “wantoota nu barbaachisanii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Ta 1:4

1 Tasalonqee 3:8

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “ni jiraanna.”

1 Tasalonqee 3:10

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “fuula keessan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Ta 1:3

1 Tasalonqee 3:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Ta 4:9; 2Ta 1:3

1 Tasalonqee 3:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Ta 2:19; 5:23; 2Ta 2:1, 2
  • +1Qo 1:8

Yaada Wal Simu

1Tas. 3:1HoE 17:15
1Tas. 3:2HoE 16:1, 2; Rom 16:21; 1Qo 16:10
1Tas. 3:3HoE 14:22; 1Qo 4:9; 1Ph 2:21
1Tas. 3:41Ta 2:14
1Tas. 3:51Ta 3:2
1Tas. 3:5Mat 4:3; 2Qo 11:3
1Tas. 3:6HoE 18:5
1Tas. 3:72Ta 1:4
1Tas. 3:102Ta 1:3
1Tas. 3:121Ta 4:9; 2Ta 1:3
1Tas. 3:131Ta 2:19; 5:23; 2Ta 2:1, 2
1Tas. 3:131Qo 1:8
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
1 Tasalonqee 3:1-13

Tasalonqee Tokkoffaa

3 Kana caalaa obsuu yommuu dadhabnu, kophaa keenya Ateenaa+ keessa turuun gaarii akka taʼe nutti dhagaʼame; 2 kanaafuu, amantii keessanitti akka isin cimsuu fi akka isin jajjabeessuuf obboleessa keenya Ximotewos+ isa misiraachoo waaʼee Kiristoos ibsuuf tajaajilaa Waaqayyoo taʼe* ergine; 3 kunis namni kam iyyuu rakkoowwan kanaan akka hin raafamneefi.* Nuti rakkoowwan akkasii akka nu irra hin geenye gochuu akka hin dandeenye isinumti iyyuu beektu.+ 4 Yeroo isinii wajjin turre, rakkinni akka nu irra gaʼu dursinee isinitti himaa turre; akkuma beektan wanti taʼes kanuma dha.+ 5 Anis kana caalaa obsuu waanan dadhabeef, amanamoo taʼuu keessan beekuuf gara keessanitti isa nan erge;+ kana kanan godhes inni qoru+ sun hamma tokko isin qoree dadhabbiin keenya gatii dhabeera taʼa jedhee waanan yaadeefi.

6 Haa taʼu malee, Ximotewos ammuma isin biraa gara keenya dhufee,+ isin yeroo hunda jaalalaan akka nu yaadattanii fi akkuma nuti isin arguu yaannu, isinis nu arguu akka yaaddan, waaʼee amanamummaa keessanii fi waaʼee jaalala keessanii oduu gammachiisaa nutti himeera. 7 Kanaan kan kaʼes yaa obbolootaa, nuti dhiphina keenyaa* fi rakkina keenya hunda keessatti, sababii keessaniin, akkasumas amanamummaa isin argisiistaniin jajjabaanneerra.+ 8 Sababiin isaas, isin walitti dhufeenya Gooftaa wajjin qabdaniin jabaattanii yoo dhaabbattan jireenyi keenya ni haareffama.* 9 Sababii keessaniin gammachuu guddaa Waaqa keenya duratti arganneef, waaʼee keessaniif Waaqayyoon ni galateeffanna. 10 Nuti qaamaan isin* arguu fi wanta amantii keessan jabeessuuf barbaachisu isiniif guutuuf,+ hamma nuuf dandaʼame halkanii fi guyyaa garaadhaa wawwaannaa dhiheessina.

11 Waaqni keenyaa fi Abbaan keenya, akkasumas Gooftaan keenya Yesuus gara keessan akka dhufnu karaa nuuf haa qajeelchan. 12 Kana malees, Gooftaan jaalala keessan haa baayʼisu; eeyyee, akkuma nuti isiniif goonu, jaalala waliifis taʼe, nama hundumaaf qabdan isiniif haa baayʼisu;+ 13 kunis yeroo Gooftaan keenya Yesuus qulqulloota isaa hundumaa wajjin argamutti,+ Waaqa keenyaa fi Abbaa keenya duratti qulqullummaadhaan mudaa kan hin qabne akka taataniif, inni garaa keessan akka cimsuufi.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi