LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 12
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Yihowaan tarkaanfii fudhachuuf ni kaʼa

        • Dubbiin Waaqayyoo qulqulluu dha (6)

Faarfannaa 12:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 2096

Faarfannaa 12:2

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Hidhii laafaadhaan ni dubbatu.”

  • *

    Kal., “garaa tokkoo fi garaa tokkoon.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 28:3

Faarfannaa 12:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 15:9, 10; 1Sa 2:3; His 28:2

Faarfannaa 12:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 10:5

Faarfannaa 12:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “isaan irratti of bokoksan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 3:7

Faarfannaa 12:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “iddoo ibiddaa lafa irratti dhaabamuu fi sibiilli itti baqfamu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 22:31; Fr 19:8

Faarfannaa 12:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 2:9

Faarfannaa 12:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lal 8:11

Yaada Wal Simu

Far. 12:2Fr 28:3
Far. 12:3Bau 15:9, 10; 1Sa 2:3; His 28:2
Far. 12:4Fr 10:5
Far. 12:5Bau 3:7
Far. 12:62Sa 22:31; Fr 19:8
Far. 12:71Sa 2:9
Far. 12:8Lal 8:11
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 12:1-8

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif; rukuttaa Shaminiitiin.* Faarfannaa Daawit.

12 Yaa Yihowaa, namni amanamaan kana booda waan hin jirreef na oolchi;

Warri amanamoon namoota gidduudhaa badaniiru.

 2 Isaan soba walitti dubbatu;

Hidhii isaaniitiin sobaan ni jaju,* garaa gowwoomsaadhaanis* ni dubbatu.+

 3 Yihowaan hidhii sobaan jaju hundumaa,

Arraba of jajuu baayʼisus ni kuta;+

 4 Isaan, “Nuti arraba keenyaan ni moona.

Hidhii keenyattis akkuma feenetti fayyadamna;

Eenyutu gooftaa nu irratti taʼa?”+ jedhu.

 5 Yihowaan, “Warri miidhaman waan cunqurfamaniif,

Warri hiyyeeyyiinis waan aadaniif,+

Tarkaanfii fudhachuuf nan kaʼa.

Warra isaan tuffatan* jalaas isaan nan oolcha” jedheera.

 6 Dubbiin Yihowaa qulqulluu dha;+

Akka meetii iddoo ibiddaa suphee irraa tolfame* keessatti qulqulleeffametti siʼa torba kan qulqulleeffame dha.

 7 Yaa Yihowaa, ati isaan ni eegda;+

Tokkoon tokkoon isaanis bara baraaf dhaloota kana irraa ni eegda.

 8 Ilmaan namootaa seeraan ala taʼuu waan babalʼisaniif,

Hamoonni ittisa tokko malee asii fi achi deddeebiʼu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi