LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 113
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Waaqni ol gubbaa jiru rakkataa ol ni kaasa

        • Maqaan Yihowaa bara baraaf haa jajamu (2)

        • Waaqni gad jedha (6)

Faarfannaa 113:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Halleeluyaah!” Jechi, “Yaah” jedhu maqaan Yihowaa yommuu gabaabaatti barreeffamu dha.

Faarfannaa 113:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 16:36; 29:10; Fr 106:48

Faarfannaa 113:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 72:19; 86:9; Isa 59:19; Mil 1:11

Faarfannaa 113:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 97:9; 99:2
  • +1Mo 8:27

Faarfannaa 113:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “teessoo irra taaʼu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 15:11

Faarfannaa 113:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 18:35; 138:6; Isa 57:15; 66:2

Faarfannaa 113:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “bakka kosii itti gatan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 2:7

Faarfannaa 113:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “maseenni.”

  • *

    Kal., “Ilmaan.”

  • *

    Ykn., “Halleeluyaah!” Jechi, “Yaah” jedhu maqaan Yihowaa yommuu gabaabaatti barreeffamu dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 2:5; Isa 54:1

Yaada Wal Simu

Far. 113:21Se 16:36; 29:10; Fr 106:48
Far. 113:3Fr 72:19; 86:9; Isa 59:19; Mil 1:11
Far. 113:4Fr 97:9; 99:2
Far. 113:41Mo 8:27
Far. 113:5Bau 15:11
Far. 113:6Fr 18:35; 138:6; Isa 57:15; 66:2
Far. 113:71Sa 2:7
Far. 113:91Sa 2:5; Isa 54:1
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 113:1-9

Faarfannaa

113 Yaahiin jajadhaa!*

Isin tajaajiltoonni Yihowaa, isa jajadhaa,

Maqaa Yihowaa jajadhaa.

 2 Ammaa jalqabee bara baraaf

Maqaan Yihowaa haa jajamu.+

 3 Baha biiftuutii hamma lixa biiftuutti,

Maqaan Yihowaa haa jajamu.+

 4 Yihowaan saboota hundumaa gararraa jira;+

Ulfinni isaas samiiwwanii olitti argama.+

 5 Kan akka Waaqa keenya Yihowaa,+

Isa ol gubbaa jiraatu* sanaa eenyu?

 6 Inni samii fi lafa ilaaluuf gad jedha;+

 7 Isa rakkataa awwaara irraa ni kaasa.

Isa hiyyeessas tuullaa daaraa* irraa ol ni kaasa;+

 8 Kanas kan godhu, inni guguddootaa wajjin,

Guguddoota saba isaa wajjin akka taaʼu gochuufi.

 9 Inni dubartii dhabduun* haadha gammachuu qabdu taatee+

Ijoollee* ishii wajjin mana ishii keessa akka jiraattu ni godha.

Yaahiin jajadhaa!*

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi