LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 70
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Gargaarsa hatattamaa gaafachuu

        • “Anaaf jedhii dafii tarkaanfii fudhadhu” (5)

Faarfannaa 70:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “yaadannoodhaaf.”

Faarfannaa 70:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 40:13-17

Faarfannaa 70:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 5:11; Fru 3:25

Faarfannaa 70:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 109:22
  • +Fr 141:1
  • +Fr 18:2
  • +Fr 13:3

Yaada Wal Simu

Far. 70:1Fr 40:13-17
Far. 70:4Fr 5:11; Fru 3:25
Far. 70:5Fr 109:22
Far. 70:5Fr 141:1
Far. 70:5Fr 18:2
Far. 70:5Fr 13:3
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 70:1-5

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif. Faarfannaa Daawit akka yaadachiisaatti* tajaajilu.

70 Yaa Waaqayyo, na oolchi;

Yaa Yihowaa, na gargaaruuf ariifadhu.+

 2 Warri lubbuu koo balleessuu barbaadan,

Haa qaaneffaman, haa salphifamanis.

Warri rakkina kootti gammadan,

Salphinaan duubatti haa deebiʼan.

 3 Warri, “Ishoo! Ishoo!” jedhan,

Qaanaʼanii duubatti haa deebiʼan.

 4 Warri si barbaaddatan garuu,

Sitti haa gammadan, haa ililchanis.+

Warri gochawwan fayyinaa kee jaallatan yeroo hundumaa,

“Waaqayyo ulfina haa argatu!” haa jedhan.

 5 Ani garuu nama gargaarsa hin qabnee fi hiyyeessa dha;+

Yaa Waaqayyo, anaaf jedhii dafii tarkaanfii fudhadhu.+

Ati isa na gargaaruu fi isa na baraaru dha;+

Yaa Yihowaa, hin turin.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi