LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • nwt ful. 32-ful. 33
  • Gaaffii 18: Waaqayyotti dhihaachuu kan dandeessu akkamitti?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Gaaffii 18: Waaqayyotti dhihaachuu kan dandeessu akkamitti?
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Gaaffii 18: Waaqayyotti dhihaachuu kan dandeessu akkamitti?

GAAFFII 18

Waaqayyotti dhihaachuu kan dandeessu akkamitti?

“Yaa isa kadhannaa namaa dhageessuu, namoonni gosa hundumaa gara kee ni dhufu.”

Faarfannaa 65:2

“Garaa kee guutuudhaan Yihowaatti amanami, hubannaa ofii keetiittis hin hirkatin. Daandii kee hundumaa irratti tilmaama keessa isa galchi, innis daandii kee wal siif qixxeessa.”

Fakkeenya 3:​5, 6

“Jireenya bara baraa argachuu akka dandaʼaniif, si Waaqa dhugaa isa tokkichaa fi Yesuus Kiristoos isa ati ergite sana beekuu qabu.”

Yohaannis 17:3

“[Waaqayyo] tokkoon tokkoon keenya irraa fagoo miti.”

Hojii Ergamootaa 17:⁠27

“Jaalalli keessan beekumsa sirrii fi hubannaa guutuudhaan caalaatti guddachaa akka deemu kadhachuu koo ittan fufa.”

Filiphisiyus 1:9

“Isin keessaa namni kam iyyuu ogummaan yoo isatti hirʼate, Waaqa kadhachuu isaa itti haa fufu; sababiin isaas, inni utuu hin ceephaʼin nama hundumaatiif arjummaadhaan ni kenna, isaafis ni kennama.”

Yaaqoob 1:5

“Waaqayyotti dhihaadhaa, innis isinitti ni dhihaata. Isin cubbamoonni, harka keessan qulqulleessaa; isin warri yaada dhaabbataa hin qabne, garaa keessan qulqulleessaa.”

Yaaqoob 4:8

“Waaqayyoon jaallachuu jechuun ajajawwan isaa eeguu dha; ajajawwan isaa immoo baʼaa ulfaatoo miti.”

1 Yohaannis 5:3

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi