4-F
Wantoota Gurguddaa Yeroo Yesus Lafarra Jiraachaa Turetti Raawwataman—Tajaajila Yesus Gara Dhumaatti Baha Yordaanositti Raawwate
YEROO |
BAKKA |
WANTA RAAWWATAME |
MAATEWOS |
MAARQOS |
LUQAAS |
YOHANNIS |
---|---|---|---|---|---|---|
32, Ayyaana Eebbaa booda |
Bitaaniyaa ishee Yordaanos gamaa |
Bakka Yohannis namoota cuuphaa ture dhaqe; namoonni baayʼeen Yesusitti amanan |
||||
Perea |
Gara Yerusaalem utuu deemuu, mandarootaafi gandeen keessatti barsiise |
|||||
Balbala dhiphaadhaan akka galan jajjabeesse; Yerusaalemiif booʼe |
||||||
Peeriyaa taʼuu dandaʼa |
Gad of deebisuu barsiise; fakkeenyota: iddoo ulfinaafi namoota maaddiitti waamamanii sababa dhiheessan |
|||||
Bartuusaa taʼuuf aarsaa kaffalamu |
||||||
Fakkeenyota: hoolaa bade, meetii bade, ilma bade |
||||||
Fakkeenyota: hojii adeemsiftuu hamaa, namicha sooressaafi Alaazaar |
||||||
Waaʼee gufannaa, dhiifama gochuufi amantii barsiise |
||||||
Bitaaniyaa |
Alaazaar duʼee, duʼaa kaafame |
|||||
Yerusaalem; Efreem |
Yesusiin ajjeesuuf seerratan; ni baqate |
|||||
Samaariyaa; Galiilaa |
Namoota lamxii qaban 10 fayyise; Mootummaan Waaqayyoo akkamitti akka dhufu dubbate |
|||||
Samaariyaa ykn Galiilaa |
Fakkeenyota: haadha hiyyeessaa, Fariisichaafi qaraxxuu |
|||||
Peeriyaa |
Waaʼee gaaʼelaafi wal hiikuu barsiise |
|||||
Ijoollee eebbise |
||||||
Gaaffii sooressa tokkoo; fakkeenya hojjettoota dhaaba wayinii gatii wal qixxee argatanii |
||||||
Peeriyaa taʼuu dandaʼa |
Siʼa 3ffaadhaaf waaʼee duʼasaa dubbate |
|||||
Iddoo Yaaqoobiifi Yohaannis Mootummicha keessatti argatan |
||||||
Yerikoo |
Keessa darbaa, namoota jaamaa lama fayyise; Zakewos bira deeme; fakkeenya warqee waqeeta 10 |