4-G
Wantoota Gurguddaa Yeroo Yesus Lafarra Jiraachaa Turetti Raawwataman—Tajaajila Yesus Yerusaalem Keessatti Raawwate Isa Dhumaa (Kutaa 1)
YEROO |
BAKKA |
WANTA RAAWWATAME |
MAATEWOS |
MAARQOS |
LUQAAS |
YOHANNIS |
---|---|---|---|---|---|---|
33, Niisaan 8 |
Bitaaniyaa |
Yesus Ayyaana Faasikaa guyyaa jaʼa dura achi gaʼe |
||||
Niisaan 9 |
Bitaaniyaa |
Maariyaam mataafi miillasaarratti urgooftuu naqxe |
||||
Bitaaniyaa- Betfaagee- Yerusaalem |
Harreerra taaʼee Yerusaalem seene |
|||||
Niisaan 10 |
Bitaaniyaa- Yerusaalem |
Muka harbuu abaare; ammas mana qulqullummaa qulqulleesse |
||||
Yerusaalem |
Luboonniifi barsiisonni seeraa karaa itti isa ajjeesan barbaadan |
|||||
Yihowaan ni dubbate; Yesus akka duʼu dubbate; Yihudoonni amanuu dhiisuunsaanii raawwii raajii Isaayaasidha |
||||||
Niisaan 11 |
Bitaaniyaa- Yerusaalem |
Waaʼee muka harbuu ija hin qabnee |
||||
Yerusaalem, mana qulqullummaa |
Gooftummaasaarratti gaaffiin kaʼe; fakkeenya ilmaan lamaanii |
|||||
Fakkeenyota: hojjettoota nama ajjeesan, cidha |
||||||
Gaaffilee Waaqayyoofi mooticha warra Roomaa, duʼaa kaʼuu, abboommii hunda caalurratti kaʼan deebise |
||||||
Kiristoos ilma Daawit taʼuusaa namoota gaafate |
||||||
Wanta barsiisota seeraafi Fariisotarra gaʼu dubbate |
||||||
Buusii haadha hiyyeessaa tokkoo arge |
||||||
Gaara Ejersaa |
Milikkita dhufaatiisaa dubbate |
|||||
Fakkeenyota: durboota kurnan, meetii, hoolotaafi reʼoota |
||||||
Niisaan 12 |
Yerusaalem |
Geggeessitoonni Yihudootaa isa ajjeesuuf seerratan |
||||
Yihudaan dabarsee isa kennuuf haala mijeesse |
||||||
Niisaan 13 (Kamisa waaree booda) |
Yerusaalemiifi naannoosheetti |
Ayyaana Faasikaa isa dhumaatiif qophaaʼan |
||||
Niisaan 14 |
Yerusaalem |
Ergamootasaa wajjin Faasikaa nyaate |
||||
Miilla ergamootasaa dhiqe |