4-H
Wantoota Gurguddaa Yeroo Yesus Lafarra Jiraachaa Turetti Raawwataman—Tajaajila Yesus Yerusaalem Keessatti Raawwate Isa Dhumaa (Kutaa 2)
YEROO |
BAKKA |
WANTA RAAWWATAME |
MAATEWOS |
MAARQOS |
LUQAAS |
YOHANNIS |
---|---|---|---|---|---|---|
Niisaan 14 |
Yerusaalem |
Yesus Yihudaan dabarsee kan isa kennu taʼuusaa saaxilee gadi isa baase |
||||
Irbaata Gooftaa hundeesse (1Qor. 11:23-25) |
||||||
Phexros akka isa ganuufi ergamoonnisaa akka bittimfaman dursee dubbate |
||||||
Gargaaraa waadaa seene; fakkeenya waynii isa dhugaa; akka jaallataniif abboome; kadhannaa dhumaa ergamootasaa wajjin |
||||||
Getesemaanee |
Ni dhiphate; dabarfamee kennamuufi qabamuu Yesus |
|||||
Yerusaalem |
Haannaas, Qayyaafaafi yaaʼii warra Yihudootaa duratti firdiif dhihaate; Phexros isa gane |
|||||
Yihudaan of fannise (HoE. 1:18, 19) |
||||||
Philaaxos, achiis Herodis boodammoo deebiʼee Philaaxos duratti dhihaate |
||||||
Philaaxos isa gadhiisuu barbaade Yihudoonni garuu Barabbaa barbaadan; fannoorratti akka duʼu itti murtaaʼe |
||||||
(Jimaata n. guyyaa saʼaatii 9) |
Golgootaa |
Fannoorratti duʼe |
||||
Yerusaalem |
Reeffisaa fannoorraa buufamee awwaalame |
|||||
Niisaan 15 |
Yerusaalem |
Luboonniifi Fariisonni awwaalicha eegsisan, akkasumas, mallattoo itti godhan |
||||
Niisaan 16 |
Yerusaalemiifi naannooshee; Emaahus |
Yesus duʼaa kaʼe; bartootasaatti al shan mulʼate |
||||
Niisaan 16 booda |
Yerusaalem; Galiilaa |
Deddeebiʼee bartootasaatti mulʼate (1Qor. 15:5-7; HoE. 1:3-8); ni barsiise; bartoota akka godhan ajaje |
||||
Iyyaar 25 |
Gaara Ejersaa, naannoo Bitaaniyaa |
Yesus duʼaa kaʼee guyyaa 40ffaatti samiitti ol baʼe (HoE. 1:9-12) |