13
Mootummoota Addunyaa Daaniʼel Raajiidhaan Dubbate
Isa Bifa Maxxansaan Jiru
Baabilon Dh.K.D. 607 Nebukadnezaar Mootichi Yerusaalemiin balleesse |
Meedoo-Faares Dh.K.D. 539 Baabiloniin qabate Dh.K.D. 537 Qiiros Yihudoonni Yerusaalemitti akka deebiʼaniif labsii baase |
Giriik Dh.K.D. 331 Aleeksaandar Guddichi Faaresiin qabate |
Roomaa Dh.K.D. 63 Israaʼeliin bulchuu jalqabe Dh.K.B. 70 Yerusaalemiin balleesse |
Angiloo-Ameerikaa Dh.K.B. 1914-1918 Yeroo Waraana Addunyaa Tokkoffaa, Angiloo-Ameerikaan Mootummaa Addunyaa taʼe |