LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • sgd ful. 64
  • 19 Kaalaandarii Ibrootaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • 19 Kaalaandarii Ibrootaa
  • Barreeffama Dubbii Waaqayyoo Qayyabachuuf Gargaaru
Barreeffama Dubbii Waaqayyoo Qayyabachuuf Gargaaru
sgd ful. 64

19

Kaalaandarii Ibrootaa

Isa Bifa Maxxansaan Jiru

NIISAAN (ABIIB) Bitootessa​—Ebla

14 Ayyaana Faasikaa

15-21 Ayyaana Maxinoo

16 Kennaa mataa midhaanii

Lagni Yordaanos roobaafi cabbii baquun guuta

Garbuu

IYAAR (ZIIF) Ebla-Caamsaa

14 Xumura Faasikaa

Bonni ni jalqaba, samiin qulqulluu taʼee mulʼata

Qamadii

SHIWAA Caamsaa​—Waxabajjii

6 Ayyaana Makarii (Phenxeqostee)

Hoʼa bonaa, qilleensa gaarii

Qamadii, harbuun ija godhata

TAMUZ Waxabajjii​—Adoolessa

 

Hoʼi ni dabala, fixeensa

Wayiniin ni gaʼa

AAB Adoolessa​—Hagayya

 

Hoʼa cimaa

Ija mukaa yeroo bonaa

ELUL Hagayya​—Fulbaana

 

Hoʼi itti fufa

Tamirii, wayiniifi ija harbuu

TIISHIRII (ETAANIIM) Fulbaana​—Onkoloolessa

1 Malakanni ni afuufama

10 Guyyaa Araaraa

15-21 Ayyaana Gordommaa

22 Walgaʼii qulqullaaʼaa

Bonni ni darba, roobni inni duraa ni jalqaba

Qotiisa

HESHVAAN (BUL) Onkoloolessa​—Sadaasa

 

Rooba salphaa

Ija ejersaa

KIISLUU Sadaasa​—Muddee

25 Ayyaana Mana Qulqullummaa Eebbisuu

Roobni ni dabala, hurrii, cabbii gaara irraa

Bushaayeen ol galfamu

XEBET Muddee​—Amajjii

 

Qorra cimaa, rooba, cabbii gaara irraa

Biqiltoonni ni lalisu

SHEBAT Amajjii​—Guraandhala

 

Qorri ni hirʼata, roobni itti fufa

Lawuziin ni daraara

ADAAR Guraandhala​—Bitootessa

14, 15 Furiim

Balaqqeessa walirraa hin cinneefi rooba cabbii makate

Talbaa

VEEʼADAAR Bitootessa

Jiʼi kun waggaa 19 keessatti siʼa 7 kaalaandariitti dabalama

   

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi